Seroota Federaalaa

Waajjirri keenya dhaqqabamummaa seeraa mirkanessuuf hojiilee hojjachaa jiru kessaa inni tokko seroota bahan yeroo yeroon fuula kana irratti dhoobaa demuudha. kanaaf fuula kana jelatti labsiilee, dambiilee fi qajeelfamoota mootummaan Federaalaa baroota garaa garaa baase kan argachuu dandeessan taha.

Author