Waajjira Abbaa Alangaa Godina Harargee Bahaatti Gamaggamni raawwii karoora bara 2014 fi ka’umsa karoora bara 2015 gaggeeffamaa jira…


👉 Sagantaan kun eebba manguddootaan kan eegalame yoo tahu Itti Gaafatamtuun Waajjira Abbaa Alangaa Godina Harargee Bahaa Ad. Munaa Abdurahmaan saganticha irratti haasaa baninsaa taasisuun jalqabsiisanii jiru.

👉 Sagantaan kun Abbootii Alangaa Godinaa fi Aanaa akkasumas Hojjettoota karooraa Aanotaa waliin magaala Hararitti gaggeeffamaa jira.
👉 Turtii ganama kanaatiin gabaasni Waajjira Abbaa Alangaa kan dhihaate yoo tahu yeroo ammaa Aanoonni filataman gabaasa raawwii hojii isaanii dhiheessaa jiru.
👉 Sagantaan kun guyyoota lamaaf kan itti fufu taha.

Guyyaa 06/12/2014
WAAGHB
Harar

Author

Leave a Comment