Bara hojii 2014tti Raawwii hojii Waajjira Abbaa Alangaa Godina Harargee Bahaatiin… Galmeen himataa 6576, Galmeen Hariiroo hawaasaa 470, hubannoon seeraa namoota 2,479,102_ ta’aniif kenamuu, Qarshiin 153,670,734.0 kan gorsaan, falmiin, mootummaa irraa ittifame, gara kaazinaa mootummaa galii tahuun gabaafame.


Seerota fi dokimantoota seera Naannoo fi Fedaraalaa karaa marsariittii/Fuula Teelegraama Waajjiraatiin Baay’inaan 14,616_uummata bira akka qaqqaban taasifamanii jiru. Dhaqqabamummaa tajaajila Abbaa Alangummaa dabaluuf Dhimmoota araaraan xumuramuu qaban _2586_keessaa dhimmootni _1588 uulaagaa barbaachisaa guutuun araaraan xumuramanii jiru.
Haaluma kanaan, namoota dhiira_600,000_ dhalaa_400,000_ waliigalatti 1,000,000 ta’aniif hubannoo seeraa kennuuf karoorfanee mata duree Seera yakkaa,Heera motummaa, barmaatilee midhaa daa’immani fi dubartootaa,Seera daldalaa,Goodaansa Seeraan alaa, labsii bosonaafi kkf irratti namoota dhiira_1,365,892_ dhalaa_1,113,210_ waliigalatti 2,479,102 ta’aniif hubannoon seeraa kan kename dha.
Waliigalteewwan seekteraalee irraa akka gulaalamaniif dhiyaatan 188
Galmee Eeruu DHU Dimishasha dhiyaate 7562
Eeruu qulqulla’e xumurame 5239 , Dandeettii qulqulleessuu %69.28
Eeruu qulqulla’aa Jiru 1455
Harcaatii Eeruu( adda cite)……… 868 %15.8
Galmee himataa Gosaa Hunda Dimishasha himata dhiyaate 6576 , Namaan 7217
Galmee Murtii adda adda argatani 5983 , Namaan 6459
Galmee Murtii Adabii 5231, namaan 5634
Galmee bilisa 279, Namaan 239
Galmee Sababa Himatamaa fi Ragaa dhabun cufame 120, Namaan 127
Galmee A/Alangaa Himataa Kaase 9
Galmee himataa qaama Aangoo qabuf ergame 11
Galmee Sadarka Aanaati Araaran cufame 333
Galmee beellamaan darbe 593
Harcaatii galmee himataa 120 (2%)
Dandeetti Adabbii(CR) %95.5
Galmee Gibiraa fi taaksii 16
Galmee himataa dhimma Nageenyaa 114
Galmee himataa Balaa Tiraafikaa 86
Galmee himataa Qabeenya Umamaa(Bosona 39
Galmee himataa Godaansa seeraan alaa 25
Galmee himataa Daldaala seeraan alaa 68
Galmee ol’iyyata Abbaa Alangaan gaafatame dimshaashni dhihaate 128 yoo ta’u, Abbaan Alangaa gutumaa guutuutti yaada deggarsaa kennee waan jiruuf raawwiin isaa %100 dha.
galmeewwan 128 dhihaate keessaa hin dhiyeessisu kan jedhame 0, ni dhiyeessisa kan jedhame keessaa galmee 118 (%92.18) irratti murtii adda addaa kennameera.
Kanneen murtii argatan keessaa 83 (%70.33) irratti murtiin adabbii adda addaa kan kenname yommuu ta’u, kanneen hafan keessaa deebii kennaan dhabamuun kan cufame 3, irra deebii’amee haa ilaallamu kan jedhame 32, galmeen 10 bara baajataa itti aanutti darbeera.
Sirreefamaa seeraa gaaffii dhiiffamaa bu’uura seeraatiin dhiyeessee 510 keessaa yeroo istaandardii taa’e keessatti kan calalaman_491_ dha
Sirreeffamtoota seeraa calalaman keessaa dhiira 142 dubartii 21 Waliigala 163 dhifamni taassifameefi gadi lakkifamani jiru..
Galmeewwan mirga wabii 5993_kan dhihaate yommuu ta‘u Abbaan Alangaa hunda isaa irratti yaada deeggarsaa fi mormii kennee jira. Galmee mirga wabii Abbaan Alangaa morme_1430_keessaa, galmee _127 irratti mirgi wabii kan eegame yommuu ta’u, galmee 1303_irratti immoo mirgi wabii dhorkamee jira. Haala kanaan dandeettiin mana murtii amansiisuu Abbaa Alangaa _91.11% irra kan jirudha.
Bara kana hanga yeroo gabaasaa kannatti ijoo yaada gorsaa hojiirra oolmaa seeraa 91 qaama bulchiinsa mootummaaf taasifame jira.
Bara kana hanga yeroo gabaasaa kannatti hordoffii fi to’annoo Manneen Hojii Mootummaa Bu’uura Seeraan hojjechuu irratti hanqina qaban marsaa 30 taasifamee jira.
Kenniinsa tajaajila mirkaneessa sanadootaa fi kenna hayyamaa waliigala sakatta’iinsaan (oditii Boodaatiin) adda bahe_6290_keessaa qulqulliini isaa kan eegame 6280 waan ta’eef qulqulinni kenninsa tajaajilaa gama kanaan jiru %99.48_dha. hojii gulaaluu waliigaltee pirojeektoota waggaa kana keessatti _188 hojjechuuf karoorfamee raawwiin 188 dha.
Qabeenyi qisaasamuun isaa beekkamee, qarshii mootummaan ittiin himatamee, qabeenya yakkaan argamuun beekamee, Qabeenya Yakka Gibiraa fi Taaksii, gibira hin kafalamin, Qabeenya yakka kotrobaandiin argamee, Dolaara Ameerikaa seeraan alaa gorsaan fi falmiin kan deebi’ee, mootummaa irraa ittifame, gara kaazinaa mootumma galii tahe Qar.191,193,137.83 Dandeetti mo’achuu galmee hariiroo hawaasaa dhimmoota dantaa mootummaa fi uummataa ilaalchisee galmee waliigalaa hariiroo hawaasaa Waggaa kana keessatti falmii irra ture murtii argate_470_keessaa galmee 331 murtii argatee jira. Kana keessaa _297_irratti Abbaan Alangaa yoo mo’atuu, galmee _34_irratti mo’atamee jira. Kanaafu, dandeetti mo’achuu dhimma hariiroo hawaasaa dantaa mootummaaafi uummataa akka waliigalaatti %_86.4 irraan gahuuf karoorfamee raawwiin %89.73 raawwatameera.
Baajaaj tokko qarshii 240,000 tahu dhorkamee mana murtitiin murtaa’ee mootummaan akka dhaaluu murtaa’ee jira.
Mana jireenyaa tokko Qar.1,500,000 tahu ugguramee jira
Maallaqa callaa 1,586,000 uggurameera
Tilmaama Qabeenya Yakka Gibiraa fi Taaksii Qar. 27,571,195.85 gorsaan gara kaaznaa mootummaa yoo deebi’uu,
Qar.1,833,800.02 falmii kan deebi’ee yoo tahu waliigalaa Qar. 29,404,995.87 tahu gibiri hin kafalamiin gara kaazinaa mootumma galii tahe jira.
Qabeenya yakka kotrobaandiin argamee 2,400,000 tahu mootummaan akka dhaaluu tahe jira
Qabeenya yakkaan argamee Dolaara Ameerikaa seeraan alaa maallaqa Itoophiyaatiin shallagamu 2,600,000 tahu murtii argachuun mootummaaf galii tahe jira
Waliigala qabeenya Yakka malaammaltummaa fi Taksii irraa deebi’e Qar.52,333,908.8 dha

Author

Leave a Comment