Fuudhaa-heeruma osoo hin raawwatiin akka abbaa warraa fi haadha warraatti waliin jiraachuu

Walquunnamtiin tokko gaa’ila dha kan jedhamu hundeeffamni isaa akkaataa sirna siivilii ykn sirna amantaa ykn immoo sirna aadaa walfuutonni filataniitiin kan raawwatame yoo ta’e dha. Gaa’ila akkaataa olitti ibsameen osoo hin raawwatin dhiirri tokkoo fi dubarri tokko akka dhirsaa fi niitiitti waliin jiraachuudhaan walquunnamtii adda ta’ee fi seera durattis beekamtii qabu uumuu nidanda’u. Kanaaf walquunnamtii … Read more

Tooftaa itti ijoon dubbii hundeeffamuu fi ijoo dhimma falmii hundeessuu

✍️Adeemsa dhimma hariiroo hawaasaa keessatti ijoo dubbii bitaa fi mirgi irratti wal dhaban adda baasuun hojii murteessaa dha. ✍️Ijoon dubbii dhimmichi haala kamiin akka qajeelfamu qabu fi ragaan akkamii akka dhiyaachuu qabu murteessuuf humna qaba. ✍️Ijoon dubbii murtii kennisiisuuf hin dandeenye ykn faayidaa hin qabne yoo hundeeffame adeemsa irratti rakkoo guddaa uumuu danda’a. ✍️Kanaaf abbootiin … Read more

WAA’EE MIRGA WABII…

✍️Qorataan poolisii shakkamaa osoo gadi hin lakkisinii fi mana murtii osoo hin dhiyeessin sa’aatii daangeffamee ol yoo tursiise furmaanni battalaa shakkamaan qabu bu’uura SDFY Kw. 64tiin mirga wabii gaafachuudha. Gaaffiin mirga wabii kun barreeffamaan kan qophaa’u ta’ee, mallattoo shakkamaa iyyateetiin mirkanaa’ee dhiyaata Gaaffii mirga wabii bu’uura SDFY kw. 64tiin dhiyaateef ilaalee manni murtii yaada qorataa … Read more

Maalummaa fi Gosoota ragaa

Maalummaa ragaa “Ragaan bu’uura haqaati: ragaa dhiifnaan, haqa dhiiste jechuudha.” Jeereemii Beentaam Ragaan waan dhugaa jedhame tokko jiraachuu isaa mirkaneessuuf ykn haaluuf wanta gargaarudha. Firii dubbii falmii irratti qabnu tokko cimsuuf ykn yaada falmii nama biro kufaa taasisuuf akkasumas murtii irra gahuuf ragaan nu gargaara. Filannoowwan jiran keessaas tokko filachuu akka dandeenyu kan nu gargaarudha. … Read more

Bakka bu’ummaa haquu ykn ofirraa kaasuu…

Aangoo bakka bu’ummaa haquuf (SHH kewt. 2226)Bakkaa bu’umaa kennamee haquuf ulaagawwan armaan gadii gutamuu qabu.1) Barreeffama bakka bu’ummaa kaasuuf akkaataa seeraatiin qophaa’ee dhihaate2) Waraqaa eenyummaa nama bakka bu’ummaa kaasu dhihaate3) Aangoo bakka bu’uummaa akka ka’uuf barbaadame originaala ykn koppii isaa yoo jiraatee dhihaachuu qaba. Kun akkumaa eegameetti ta’e ragaan kun kan hin jirre yoo ta’e … Read more