Aanaa Kombolchaatti haala hubannoon seeraa itti kennmaa ture (bara 2014)

Duula_hubannoo_seeraa_Aanaa_Gurawaatti_(bara 2014)

Duula_hubannoo_seeraa_Aanaa_Malkaa_Ballootti bara hojii 2014tti gaggeefamaa ture

#Waajjira_Abbaa_Alangaa_Aanaa_Malkaa_Balloo

Waajjirri Abbaa Alangaa Aanaa Dadar Hubannoo Seeraatin …

Gaafa 6/10/2014 Barattoota Mana Barumsa Sad.1ffaa Araddaa Naannoo Jaalalaatiif Abbootiin Alangaa qaamaan argamuun Hubannoo Seeraa Barmaatilee Midhaa Dubartootaa fi Daa’immanii ittisuu irratti akkasumas Mirga dubartootaa fi daa’immani irrattii keennaniru.

Hojii Yakka Malaammaltummaa fi Taaksii Aanaa Qumbiitti hojjatameen qarshiin 12,492,892.78. mootummaaf galii tahe

👉 Akka Godina Hararge Bahaa Aanaa Qumbiiti qofa qabeenya yakkan argame ykn bu’aa oditii irraa gorsaa fi tarkanfii bulchinsaatin qarshii 12,492,892.78 ( miliyona kudha lama fi kuma dhibba afuri fi sagaltami lama fi dhibba sadetii fi sagaltami lama ) ta’uu gara kazina motumma galii gosifne jirachuu keenya xalayaa galataa Waajjirri Mallaqaa Aanaa Qumbi barreessen mirkanesanii … Read more