Aanaa Qarsaatti… (hubannoo seeraa)

Gaafa guyya 11/2/15 Aanaa Qarsaa Aradda Wichirootti mata dureewwan labsii yakka shororkeessummaa ittisuf bahe akkasumaas dhimma dubartii fi da’immanii irratti fi istaandaardii kenna tajaajila Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Qarsaa irratti hawaasaaf hubannoon seeraa kennamera.
Haqaan haqaaf hojjanna.

Author

Leave a Comment