Aanaa Malkaa Bal’ootti…

Waajjirri Abbaa Alangaa Aanaa Malkaa Bal’oo gaafa guyyaa 5/02/2015 duula chaartarii lammiilee labsuu eegaleen Araddoota 4 bira gahuun hawaasaafis ibsi kennameera. Guyyaa borus duulli kun cimee itti fufa jedhamee eeggama.

#Maddi– I/Gaafatamaa WAAAMB

Chaartariin Lammiilee Dhaabbatni tokko sadarkaa ykn istaandardii kenna tajaajilaa, qulqullinaa fi yeroo kenniinsa tajaajilaa, mala komiin itti furamu, iftoominaa fi itti gaafatamummaa qabun walqabatee waadaa hawaasaaf galudha.

#Haqaan_haqaaf_hojjanna

Author

Leave a Comment