Aanaa Dadaritti BMG ittisuu irratti Hubannoon kenname…

Gaafa 18/9/2014 hubannoo Seeraa Abbootii Amantaa, Abbootii Araddaa fi Dargaggootaaf mata duree Mirga dubartootaa fi Daa’immani akkasumas BMG ittisuu irratti ganama akka waligalaatti erga keennameen booda, Sa’aati booda Abbootii Amantaatiif addattii leenjiin keennameera.

Author

Leave a Comment