Fuula kana jalatti barruuwwan seraa garaa garaa kan argattan taha…

Author

2 thoughts on “Fuula kana jalatti barruuwwan seraa garaa garaa kan argattan taha…”

  1. Oolmaa dhaddachaa gaafa 16/9/2014 ooleen Manni murtii Aanaa Jaarsoo
    Himannaa Abbaan Alangaa gaafa 6/7/2014 dhiheesseen himatamaan Mahammad Jibriil Umar jedhamu Go/Ha/Ba/Aa/Jaarsoo Ar/Gidaaya Bahaa keessatti miidhamaa dhunfaa Abraahim Aadam Karrayyuu jedhamu konkolaataan qaama miidhamaa iddoo garagaraa irra dhahuun miidhamaa kun akka du’u taasisuun seera Yakka keew 543(3) jalatti himatamee ragoonni Abbaa Alangaa dhihaatani bu’uruma himannaatiin mirkaneessani ragaan ittisaa dhihaatan ragoota Abbaa Alangaa sobsiisuu waan hin dandeenyee fi haaluma ragaa Abbaa Alangaa deeggaruun kan mirkaneessan yoo tahu Manni murtii ragaa mirga fi bitaa ragaa barruutiin waliin madaaluun adabbii himatamaa fi fakkaattota isaa barsiisuu hidhaa cimaa waggaa jaha fi ji’a jahaati fi adabbii maallaqaa qarshii Kuma shaniin adabee jira.

    Reply

Leave a Comment